Editors 'luokitus |
|||||||
Afaan Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu Erittelyt
|
Oromo-raamattu - macaafa qulqulluu
Oromo Raamattu - Macaafa Qulqulluu
Afaan Oromoo Bible on offline-Oromo-raamattu (Macaafa Qulqulluu), jossa on KJV English Bible.
Oromiffa-Raamattu (Macaafa Qulqulluu) myös conatians Vahvistaa yhteensopivuutta, etsiä, korostaa ja jake-kuvien ominaisuuksia.
Afaan Oromo Raamattu (Macaafa Qulqulluu) on kauniisti suunniteltu pyhä Raamatun sovellus, joka helpottaa Jumalan sanan lukemista.
Afaan Oromo Raamattu - Oromo Raamattu (Afaan Oromoo Macaafa Qulqulluu) - Oromiffan Raamattu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo-baari 1899 ti MQ afaan Oromootti hiikee maxiSuaa mArkkiSaLiNaSaSuNeKaNaSaNaLaNaSuNaNaSaLiNaSaLiNaKaKaKi iSaNaKaKaKa (Digitaalinen Aika) dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har'a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (mobiililaite) ti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afan Oromoo kana dubbisoota jarata 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama; dubistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!