Classificação dos editores |
|||||||
Afaan Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu Especificações
|
Oromo bíblia - macaafa qulqulluu
Bíblia Oromo - Macaafa Qulqulluu
Afaan Oromoo Bible é uma bíblia off-line Oromo (Macaafa Qulqulluu) com a Bíblia em inglês KJV.
Oromiffa Bíblia (Macaafa Qulqulluu) também conatians Strongs concordância, busca, destaque e verso características da imagem.
Afaan Oromo Bíblia (Macaafa Qulqulluu) é belamente projetado app bíblia sagrada para facilitar a leitura da palavra de Deus.
Afaan Oromo Bible - Bíblia Oromo (Afaan Oromoo Macaafa Qulqulluu) - Oromiffa Bible
Onesmus Nesib namni biyya Barra de Oromoo 1899 ti MQ afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.Waggaa 120 anos, bara digitalaa (Era Digital) jedhamuun dhaan beekamu Jaarra 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har'a namni baayyen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Dispositivo móvel) ti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama; dubistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!