编辑评价 |
|||||||
Afaan Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu 规格
|
奥罗莫圣经 - macaafa qulqulluu
奥罗莫圣经 - Macaafa Qulqulluu
Afaan Oromoo Bible是一个离线Oromo圣经(Macaafa Qulqulluu),带有KJV英文圣经。
Oromiffa Bible(Macaafa Qulqulluu)还有Conongsans Strongs的一致性,搜索,高光和诗歌的图像特征。
Afaan Oromo Bible(Macaafa Qulqulluu)是设计精美的神圣圣经应用程序,可以轻松阅读上帝的话语。
Afaan Oromo Bible - Oromo圣经(Afaan Oromoo Macaafa Qulqulluu) - Oromiffa Bible
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti MQ afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.Waggaa 120 booda,bara digitalaa(Digital Age)jedhamuun dhaan beekamu Jaarra 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe。 Har'a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu(移动设备)ti fayyadama。 Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama; dubistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!