Voto Editors ' |
|||||||
Afaan Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu Specifiche
|
Bibbia di Oromo - macaafa qulqulluu
Bibbia Oromo - Macaafa Qulqulluu
Afaan Oromoo Bible è una bibbia oromo offline (Macaafa Qulqulluu) con la bibbia inglese KJV.
La Bibbia di Oromiffa (Macaafa Qulqulluu) anche conati. Caratteristiche di concordanza, ricerca, evidenziazione e versi.
Afaan Oromo Bible (Macaafa Qulqulluu) è una splendida app della Sacra Bibbia per una facile lettura della parola di Dio.
Bibbia di Afaan Oromo - Bibbia di Oromo (Afaan Oromoo Macaafa Qulqulluu) - Bibbia di Oromiffa
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti MQ afaan Oromootti hiike maxxansiisuudhaan saba oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.Waggaa 120 booda, bara digitalaa (età digitale) jedhamuun dhaan beekamu Jaarra 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har'a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (dispositivo mobile) ti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama; dubistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!