Cijfer redacteuren |
|||||||
Afaan Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu Specificaties
|
Oromo bijbel - macaafa qulqulluu
Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu
Afaan Oromoo Bible is een offline Oromo-bijbel (Macaafa Qulqulluu) met KJV Engelse bijbel.
Oromiffa Bible (Macaafa Qulqulluu) ook conatians Krachtige concordantie-, zoek-, highlight- en verbeeldingsfuncties.
Afaan Oromo Bible (Macaafa Qulqulluu) is prachtig ontworpen heilige bijbel app voor eenvoudig lezen van het woord van God.
Afaan Oromo Bible - Oromo-bijbel (Afaan Oromoo Macaafa Qulqulluu) - Oromiffa Bijbel
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti MQ afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuun dhaan beekamu Jaarra 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har'a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (mobiel apparaat) ti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama; dubistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
JW Library 1.102 |
Quran 261 |
Holy Bible (NKJV) 232 |
Chm Reader X 232 |
ReadEra - free ebook reader 232 |
Situational Bible Verses 232 |
Hackers Companion 203 |
RSV Bible ( Revised Standard ) 203 |
VPN 203 |
NIV Bible 203 |