Editors betygsättning |
|||||||
Afaan Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu Specifikationer
|
Oromo bibel - macaafa qulqulluu
Oromo Bibeln - Macaafa Qulqulluu
Afaan Oromoo Bible är en offline Oromo bibel (Macaafa Qulqulluu) med KJV engelska bibeln.
Oromiffa Bible (Macaafa Qulqulluu) också conatians Strongs concordance, search, highlight och vers bild funktioner.
Afaan Oromo Bible (Macaafa Qulqulluu) är vackert utformad helig bibelapp för enkel läsning av Guds ord.
Afaan Oromo Bibeln - Oromo Bibeln (Afan Oromoo Macaafa Qulqulluu) - Oromiffa Bibeln
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti MQ avan Oromootti hejdå maxxisiisuudhaan saba oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee waaqayyoo avaan isaatinin inkka dubbifatu godhe.Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuun dhaan beekamu Årra 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har namnet baayyeen waa dubbisuudhaaf mesthaa harkatti baatamu (mobil enhet) ti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota årraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama; dubistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!